Luka Bineensootaa
Mutugi Kamundi
Wiehan de Jager

Bara durii, bineensooni luka hinqaban ture.

1

Waaqayyo namootaf qofaa luka keenne.

2

Waaqayyo bineensoota hundaaf luka keennuuf murteese.

3

Bineensoonni deemufi fiiguf luka isaan barbaachisa.

4

Lafaa irra lo'uuf itti ulfaata.

5

Bineensotni yeroo adda addaa gara mana waaqayyoo foqoqani deemu.

6

Waaqayyoos bineensotafi sinbirootaf luka kenne.

7

Bineensonni gar tokko yommuu shubisan, kan hafan immoo in kufan.

8

"Lammaffa hinfoqoqnu!" jedhani.

9

Dhuma irratti kan hafe mil-kumee ture.

10

Waaqayyoos luka hafee hundumaa kennef.

11

Mil-kumeenis, "Hunda isaani caalaa saffisan nan deema," jedhe gammachuun.

12

Mil-kumee booda bofni gara mana waaqayyoo deeme, "Maaloo lukaa naafkenni," jedhe kadhate.

13

Bofti, "Ani deemu hindanda'uu," jedhe.

14

Waaqayyoos luka keenufif jedhe barbaade dhabe.

15

Bara sana kaasee hanga ammatti bofti lukti nafkenama jedhe eega jira.

16
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way:
Luka Bineensootaa
Author - Mutugi Kamundi
Translation - Mulualem Daba
Illustration - Wiehan de Jager
Language - Afaan Oromo
Level - First sentences