Akkoo, Illeetiifi Arba
Mutai Chepkoech
Marleen Visser

"Bara durii Illeetifi Arbi ollaa turan," jette akkoon oduu jalqabde.

1

Illeetin dhuufuu jaarsaa jaallati.

Haata'uu malee illeetin dadhabdu dha.

2

Dhuufuun jaarsaa waan hinjireef illeetin muuzi Arba haatu eegalte.

3

Arbiis, "Hattu qabuufi!" jedhe sirbe.

Illeetin nisodaatte.

4

Jaldeessi qonna muuzi Arba eega garuu yommuu Illeetiin hattu hinagare.

5

Arbi qonna muuzi isaa ilaalu deeme. Illeetin baala buqqee keessa dhokatte.

6

Arbi bakka hunduma barbaade garuu waan Muuzi isaa hatu hin argine.

7

Guyyaa biraas, Illeetin baala buqqee keessa dhokatte.

8

Arbi baala buqqee argee nyaachu eegale.

9

Arbi buqqee hunda nyaate.

10

Arbi buqqee isaa nyaate hoqqise.

Illeetinis fiigde badde.

11

Akkoonis, "Oduu duriin kanuman dhume," jette.

12
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way:
Akkoo, Illeetiifi Arba
Author - Mutai Chepkoech
Translation - Mulualem Daba
Illustration - Marleen Visser
Language - Afaan Oromo
Level - First words