Maal Hojjechaa Jirta?
Nina Orange
Wiehan de Jager

Ani sirbaan jira.

1

Isheen harka raasaa jirti.

2

Ani harka walitti rukutaan jira.

3

Isheen hiixaacha jirti.

4

Inni nama waamaa jira.

5

Ani nama deebisaan jira.

6

Isheen dhaggeeffachaa jirti.

7

Atihoo maal hojjechaa jirta?

8
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way:
Maal Hojjechaa Jirta?
Author - Nina Orange
Translation - Dinqisisa Temesgen, Mulualem Daba
Illustration - Wiehan de Jager
Language - Afaan Oromo
Level - First words